First time to EOPCW?

01Sep

Seensa Aad-Heddeefi Af-Heddee(Introduction To Multiculturalism And Multilingualism)

About Seensa Aad-Heddeefi Af-Heddee(Introduction To Multiculturalism And Multilingualism)


Koorsiin seensa aad-heddeefi af-heddee jedhu kun koorsiiwwan ogummaa (proffesinal course) keessaa isa tokkodha. Kan qophaahes barattoota Afaan Oromoofi ogbarruu sagantaa idileetin brataniifi. Koorsiin kun yaadrimee aad-heddeefi af-heddee ilaalchisee barattootaaf hubannoo kennuu qofa otoo hintahiin dandeettii hawaasummaa cimsuu dandaha jedhamee amanama. Kaayyoon isaa inni guddaan daree gareen hawaasa garaa garaa (sanyiin) argamu keessatti haala ittiin dareen to`atamuu danda`u barattoota hubachiisuudha. Kana cimsuufis, moojulichi fakkeenya gara garaatiin deeggaramee waan dhiyaateef, barattoonni daree barattoonni aadaafi afaan garaagaraa qaban argaman keessatti dayeessawwan garaa garaa, bu`aa bahiifi haala dhiyeenyaa gosa barnootaa kana keessatti mijataa ta`e ni hubatu jedhameetu amanama. Jalqabaa kaasee hanga xumuraatti kanneen barreeffamaniiran: kaayyoo, seensa, ibsa, gaaffiiwwan, fakkeenya hunda qeeqaan dubbistee yoo duukaa buute waan moojulii kana irraa argachuu qabdu mara argachuu nidandeessa. Kanaafuu, waan hundumaa akka qalbii/yaadaan duukaa buutu ni abdanna. .

Course Highlights

The videos section of this course features a selection of video lectures and interviews of Seensa Aad-Heddeefi Af-Heddee(Introduction To Multiculturalism And Multilingualism) faculty from various Departments at KIoT.