First time to EOPCW?

01Sep

Ogwalaloo Afaan Oromoo(Oromoo Poetry)

About Ogwalaloo Afaan Oromoo(Oromoo Poetry)


Koorsiin Ogwalaloo Afaan Oromoo jedhu kun koorsiiwwan ogbarruu keessaa isa tokkodha. Koorsiin kun yaadrimee ogwalaloo ilaalchisee barattootaaf hubannoo kennuu qofa otoo hinta’iin dandeettii afaaniillee cimsuu danda’a jedhamee amanama. Kaayyoon kennama koorsii kanaa inni guddaan barattoonni walaloo Afaan Oromoo, afaaniifi barreeffaman jiran dubbisuu, hubachuufi xiinxaluu akka danda’an gochuudha. Haaluma kanaan barattoonni dandeettii kalaqaa cimsachuun waan jiruufi jireenya hawaasaa bu`uureffate gara barreeffamaatti jijjiiruun ogbarruu Oromoo gabbisuuf kaka`umsa nihorachiisa. Akkasumas, walaloowwan gara garaa barreessuu, dubbisuufi walittiqabuun akka sansaka ofii cimsataniifi seenaa, duudhaa, falaasamaafi jireenya hawaasaa irratti kallattii hedduun beekumsa argatanii waa’ee addunyaa keessa jirataanii irratti hubannoo fooyya’aa akka qabaataniif gargaara

Course Highlights

The videos section of this course features a selection of video lectures and interviews of Ogwalaloo Afaan Oromoo(Oromoo Poetry) faculty from various Departments at KIoT.