First time to EOPCW?

28Aug

Introduction To Multiculturalism And Multilingualism

About Introduction To Multiculturalism And Multilingualism


Ibsakoorsii( AOL 3091) Koorsiinseensaaad-heddeefiaf-heddeejedhu kun koorsiiwwanogummaa (proffesinal course) keessaaisatokkodha. KanqophaahesbarattootaAfaanOromoofiogbarruusagantaaidileetinbrataniifi.Koorsiin kun yaadrimeeaad-heddeefiaf-heddeeilaalchiseebarattootaafhubannookennuuqofaotoohintahiindandeettiihawaasummaacimsuudandahajedhameeamanama. Kaayyoonisaainniguddaandareegareenhawaasagaraagaraa (sanyiin) argamukeessattihaalaittiindareento`atamuudanda`ubarattootahubachiisuudha. Kana cimsuufis, moojulichifakkeenyagaragaraatiindeeggarameewaandhiyaateef, barattoonnidareebarattoonniaadaafiafaangaraagaraaqabanargamankeessattidayeessawwangaraagaraa, bu`aabahiifihaaladhiyeenyaagosabarnootaa kana keessattimijataata`enihubatujedhameetuamanama. Jalqabaakaaseehangaxumuraattikanneenbarreeffamaniiran: kaayyoo, seensa, ibsa, gaaffiiwwan, fakkeenyahundaqeeqaandubbisteeyooduukaabuutewaanmoojulii kana irraaargachuuqabdumaraargachuunidandeessa. Kanaafuu, waanhundumaaakkaqalbii/yaadaanduukaabuutuniabdanna. . Barnoonniaad-heddeefiaf-heddee, biyyootasabaafisablammiingaraagaraaargamankanneenakkaItoophiyaakeessattitokkummaagaraagarummaakeessattiuumuufbarbaachisaadha.Sababiinisaas, barattoonnigaraagarummaagidduuisaaniittiargamuhubachuunaadaawaldanda`uunnageenyaanwaliinjiraachuuakkagabbifatanwaantaasisuuf. Kaayyoonwaliigalaaaad-heddeefiaf-heddeendhaabbileebarnootaakeessattibarsiifamuufisbarattoonnibakkanamoonniaadaafiafaaniingaraa gar ta`anikeessattijaalalaafikabajaangaraagarummaakeessattitokkummaauumaniijiraachuukandanda`amuta`uusaaakkahubataniif.Akkasumas, waanhubatan kana namootabiroofqooduuakkadanda`aniif.

Course Highlights

The videos section of this course features a selection of video lectures and interviews of Introduction To Multiculturalism And Multilingualism faculty from various Departments at KIoT.