By Mr. Feyisa Adugna; Course Code: AFOL3091Ibsakoorsii( AOL 3091) Koorsiinseensaaad-heddeefiaf-heddeejedhu kun koorsiiwwanogummaa (proffesinal course) keessaaisatokkodha. KanqophaahesbarattootaAfaanOromoofiogbarruusagantaaidileetinbrataniifi.Koorsiin kun yaadrimeeaad-heddeefiaf-heddeeilaalchiseebarattootaafhubannookennuuqofaotoohintahiindandeettiihawaasummaacimsuudandahajedhameeamanama. Kaayyoonisaainniguddaandareegareenhawaasagaraagaraa (sanyiin) argamukeessattihaalaittiindareento`atamuudanda`ubarattootahubachiisuudha. Kana cimsuufis, moojulichifakkeenyagaragaraatiindeeggarameewaandhiyaateef, barattoonnidareebarattoonniaadaafiafaangaraagaraaqabanargamankeessattidayeessawwangaraagaraa, bu`aabahiifihaaladhiyeenyaagosabarnootaa kana keessattimijataata`enihubatujedhameetuamanama. Jalqabaakaaseehangaxumuraattikanneenbarreeffamaniiran: kaayyoo, seensa, ibsa, gaaffiiwwan, fakkeenyahundaqeeqaandubbisteeyooduukaabuutewaanmoojulii kana irraaargachuuqabdumaraargachuunidandeessa. Kanaafuu, waanhundumaaakkaqalbii/yaadaanduukaabuutuniabdanna. . Barnoonniaad-heddeefiaf-heddee, biyyootasabaafisablammiingaraagaraaargamankanneenakkaItoophiyaakeessattitokkummaagaraagarummaakeessattiuumuufbarbaachisaadha.Sababiinisaas, barattoonnigaraagarummaagidduuisaaniittiargamuhubachuunaadaawaldanda`uunnageenyaanwaliinjiraachuuakkagabbifatanwaantaasisuuf. Kaayyoonwaliigalaaaad-heddeefiaf-heddeendhaabbileebarnootaakeessattibarsiifamuufisbarattoonnibakkanamoonniaadaafiafaaniingaraa gar ta`anikeessattijaalalaafikabajaangaraagarummaakeessattitokkummaauumaniijiraachuukandanda`amuta`uusaaakkahubataniif.Akkasumas, waanhubatan kana namootabiroofqooduuakkadanda`aniif.