First time to EOPCW?

31Aug

Leeksikoogiraafi Leeksikolojii

About Leeksikoogiraafi Leeksikolojii


Koorsiin kun dhimmoolee barnoota afaanii keessatti hedduu barbaachisoo ta’an qabatee siif dhiyaateera. Xiyyeeffannoon koorsichaa inni ijoo dhimma ijaarsa galmee jechootaati. Leksikoografiin saayinsii ijaarsa galmee jechoota ilaallatudha. Kanaafuu, koorsii kana keessatti, maalummaan yookiin ibsi /hiikni leksikoograafii, adeemsii ijaarsasaa, ulaagaaleesaa kaa’amanii jiran,yaadiddamoonisaa maal akka fakkaatu hanga tokko ibsuun yaalameera. Kana malees, faayidaa galmee jechootaafi qeeqni jechootaa, akkaataatti dhiyeenyisaanii raawwatames hanga tokko agarsiisuuf yaalameera.

Course Highlights

The videos section of this course features a selection of video lectures and interviews of Leeksikoogiraafi Leeksikolojii faculty from various Departments at KIoT.